Ispoortii Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate. Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’an Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa'aniiru. Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu'eel Maakroon waliin dhimmoota waloorratti mari'atan. Pireezidaanti Imaanu'eel…
Ispoortii Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodate Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa galgala kana taphatameen Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest…
Oduu biyya keessaa Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Har'a Waaree dura sa'aatii 5:20 irratti Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudachuu Yuuniversiitiin Finfinnee beeksise. Fantaallee bakka kana dura…
Idil Addunyaa Raashiyaan Yuukreen waliin mari’achuuf haal duree keesse Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Raashiyaan Yuukreen waliin mari'achuuf haal dureewwan hojiirra ooluu qaban beeksifte. Raashiyaan waldhabdee biyyoota lamaan gidduu jiru mariin furuuf…
Idil Addunyaa Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirra Doolaara Biiliyoona 100 fi Biiliyoona 29… Tsehay Guluma Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirraa Doolaara Biiliyoona 100 fi biiliyoona 29 argachuun ibsame. Bara faranjoota 2024tti Hindi…
Uncategorized Gamoon ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarame eebbifame Tsehay Guluma Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Gamoo ammayyaa dhaabbii Konkolaattootaa Doolaara miiliyoona 22 ijaarsise eebbisise. Gamoon abbaa darbii 8 kun…
Oduu biyya keessaa Komishinichi dhiibbaa uumtota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa jira Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa qaamoole dhageettii hawaasaa qabaniifi dhiibbaa uumuu danda'an waliin Magaalaa Adaamaatti mari'achaa jira. Bakka…
Ispoortii Federeeshinich Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Dec 21, 2024 0 Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegaleera. Damee Atileetiksii Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti…