Oduu biyya keessaa Qorattoonni idil addnuyaa Paarkii Michummaa daawwatan Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Qorattoonni idil addnuyaa guyyaa argama Luusii waggaa 50ffaa kabajuuf Itiyoophiyaa dhufan Paarkii Michummaa daawwataniiru. Qorattoonni idil addnuyaa…
Oduu biyya keessaa Warshichi wabii nyaataa mirkaneessuuf fi carraa hojii uumuuf kan tumsudha-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Warshaan Daabboo Naqamteetti ijaarame wabii nyaataa mirkaneessuu fi carraa hojii uumuu hawaasa fayyadamaa tasisuuf kan tumsu ta’uu Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni diinagdee Gooroo gadi fageenyaan ilaalamuu qaba malee irra keessa ilaalamuu hin qabu –… Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Jijjiiramni diinagdee Gooroo gadi fageenyaan ilaalamuu qaba malee irra keessa ilaalamuun irra hin jiraatu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu qabu – Pir. Saahilawarq… Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waamicha dhiyeessan. Yaa’iin…
Waajabila Faanaa Dubartii waggoota 30f hirriiba malee jiraatte Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Lammii Veetinaam waggoota kurnan sadan darbaniif Hirriiba malee jiraatte,Niguuyen Nigook Maayi Kiim. Niguuyen Nigook Maayi Kiim dubartii Umrii waggaa…
Oduu biyya keessaa Naqamteetti Warshaan Daabboo Waajjiraa Giiftii Dureen ijaarame eebbifame Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)-Warshaan Daboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Naqamteetti ijaarame eebbifameera. Sirna Eebbichaarratti Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo,…
Oduu biyya keessaa Barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa %73.11 darbaniiru-BBO Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2016 fudhatan keessaa %73.11 darbuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Barattoota qormaaticha fudhatan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Boolee bu’uuraalee misoomaa ammayyaa’oo hammatee injifannoo dabalataan xumurameera-Aadde… Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Karaa Seensa Afrikaa,Itoophiyaa fi Finfinnee kan ta'e hojii misooma kooridarii daandii Boolee sadarkaa magaalattii madaaluun bu'uura misoomaa ammayyaa’aa…
Oduu biyya keessaa Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi kutaa 8ffaa ifoome Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 har'a ifoomseera. Biirichi akka beeksisetti, qabxiin darbiinsaa…
Ispoortii Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii tarkaanfii Kiiloo Meetira 20 har’a dorgomameen hin milkoofne Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Atileet Misgaanaa Waaqumaan dorgommii Tarkaanfii Olompikii Paaris har’a gaggeeffameen sadarkaa 6ffaa bahuun xumureera. Atileetiin Ikkowaadoor…