Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 961 har'a balaliiwwan 3 gara biyyaa deebi'aaniiru.
Deebitoota keessaa 578…