Oduu biyya keessaa Yuunivarsitichii kalaqawwan garaa garaa hojiitti galchuuf Yonatan Birhanu May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Haramaayaa dameelee qonnaa fi teeknoolojiin kalaqawaan rakkoo hawasaa furuu danda’an hawaasaa kessatti babalisuuf xiyyeeffanaa kannee…
Ispoortii Sihuul Shireen gara Liigii Olaanootti gadi bu’e Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 32ffaa har’a taphatameen Sihuul Shireen Qudduus Giyoorgisiin injifatamuu hordofee gara Liigii olaanootti…
Fayyaa Oromiyaatti talaalliin pooliyoo daa’imman miiliyoona 8 oliif kennamuu eegale Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) – Oromiyaatti talaalliin pooliyoo marsaa 2ffaa daa’imman miiliyoona 8 fi kuma 300'f kennama jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Naannichatti duulli qindaa'aa…
Oduu biyya keessaa Manni amantichaa hojiilee misoomaa magaalicha keessatti hojjetamu tumsuu cimsee itti fufa Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Manni Amantaa Ortodoksii Waloomaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamuuf tumsa hundagaleessa taasisuu cimsee itti fufa jedhan…
Oduu biyya keessaa Aniimeeshinii 2D fi 3D hojii fiilmiif bal’inaan fayyadamuun murteessaadha Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) – Sadarkaa filmiin addunyaa irra gahe aniimeeshinii 2Dfi 3D babal’isuun adeemsa hojiimaata fiilmii ammayyaa cimsuun barbaachisaadha jedhe Ministeerri Aadaafi…
Ispoortii Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesse Sifen Megersa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Taphataa sarara ittisaa Liiverpuul kan ture Aleeksaandar Arnoold Maadriidiif mallateesseera. Aleeksaandar Arnoold torbee lama dura kilaba isa…
Fayyaa Dandeettii dhibee Kaansarii ittisuu fi yaaluu gabbisuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Dandeettii dhibee Kaansarii ittisuu fi yaaluu gabbisuuf qindoominaan hojjetamaa jira jedhe. Yuunivarsiitiwwanii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2.7 qophaa’e Tsehay Guluma May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti biqiltuun Bunaa biiliyoonni 2 fi miiliyoonni 700 qophaa’e jedhe Biiroon Qonna naannichaa. Naannichatti oomisha bunaa sanyii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee eegale Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017(FMC) - Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu dhaabbilee federaalaafi waldaalee Magaalaa Finfinneetti eegaleera. Waltajjicha haasawaan kan banan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Piroojektonni bishaan dhugaatii kumni 2 ol dhuma bara baajetaa kanatti xumuramanii tajaajila ni… Ayana Dheressa May 30, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti piroojektootni bishaan dhugaatti ijaaramaa jiran kumni 2 fi 600 xumuramanii dhuma bara bajataa kanaatti hawaasaaf tajaajila akka…