Oduu biyya keessaa Haqa waloo cimsuuf Mana Murtii Aadaa waliin ni hojjetama Tsehay Guluma Jun 27, 2025 0 Finfinneen Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Gumiin Balal Marsaa 43ffaan mata duree “Haqa Waloof Mana Murtii Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a – Olusegun Obaasaanjoo Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Milkaa’inni Ityoophiyaan misooma qamadiitiin galmeessisaa jirtu biyyoota Afrikaa hafaniif fakkeenya ta’a jedhan Pireezidaantiin duraanii…
Oduu biyya keessaa Manneen Fincaanii Uummataa 107 Magaalaa Guddittii Keessatti Ijaaraman Tajaajila Jalqaban Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti misooma koridarii hordofuun manneen fincaanii ummataa 107 ijaaraman tajaajila kennuu eegalaniiru. Biiroo Miidhagina Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsichi bu’aa eegamu galmeessisaa jira- Obbo Maammoo Mihiratuu Ayana Dheressa Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa fooyya’iinsi diinagdee gooroon agarsiistuu hundaanuu bu’aa irraa eegamu galmeessisaa jira jedhan. Obbo Maammoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin… Sifen Megersa Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin…
Ispoortii Dorgommiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 xumurame Sifen Megersa Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Dorgommiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 injifannoo Kilaba Madin Itiyoophiyaan xumurameera. Tapha cufiinsaa har'a waaree booda sa'aatii…
Ispoortii Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurame Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Taphi Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Naannoo Oromiyaan xumurameera. Ispoortiin walooma ummatootaa…
Oduu biyya keessaa Abbootii qabeenyaa damee Ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi ni taasifama Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Abbootii qabeenyaa biyya alaa damee ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi barbaachisu ni taasifamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Biiznasii Horii aannanii fi aannan biraandii ta’e babal’isuuf hojjechaan jira – Yuunivarsiitii Salaalee Sifen Megersa Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun loon aannanii oomisha gaarii kennanii fi haala hunda dandamachuu danda’an baay’isaan…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyii miidiyaa waliin mariin seenessa waloo uumuuf gumaacha guddaa qaba – Hayyoota Yonatan Birhanu Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) - Ogeeyyiin miidiyaa mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan mari’achuun seenessa waloo uumuuf gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni miidiyaa fi…