Godinichatti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2018 (FMC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatiitti balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 9 darbe.
Konkoolataan deddeebisa ummaataa Isuuzuu jedhamu…