Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 10, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Maaleezhiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaafi Giddugala Konveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.…