Biiznasii Tajaajilichi galii Birrii biiliyoona 33 ol argate Ayana Dheressa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC) - Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa baatiiwwan arfan darbanitti galii Birrii biiliyoona 33 fi miiliyoona 600 ol argate. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Fayyaa Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira – Ministeericha Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Dhibee Maarbargiin yeroo gabaabaa keessatti to’achuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Sadaasa 3, 2018 Itiyoophiyaatti kan mul’ate Vaayisaasiin…
Teeknooloojii Ga’umsaa fi Dandeettii Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera… Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Ga’umsaa fi Dandeettii raawwachuu Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti argeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale Tsehay Guluma Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegaleera. Sagantaa eegalchiisa giddugalicharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal…
Oduu biyya keessaa Dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban inistiitiyuutii Hubannoo Namtolcheetti mul’ataniiru-… Ayana Dheressa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti mul’ataniiru…
Ispoortii Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan Sifen Megersa Nov 17, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Fiigicha daandirraa dhuma torbee kanaa biyyoota adda addaatti fiiggamaniin Atileetootni Itiyoophiyaa injifatan. Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Qorannoowwan Yuunivarsiitii Jimmaatti hojjetaman bu’aa fidaa jiru Yonatan Birhanu Nov 16, 2025 0 Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Biyyee dhiqamaa fi asiidummaan miidhamuun misooma hinkennine karaa uumamaan akka bayyaanatuuf oomishtummaa fooyyessuuf qorannoowwan Yuunivarsiitii…
Idil Addunyaa Iraan gogiinsa dandamachuuf hojii duumessa misoomsuu eegalte Yonatan Birhanu Nov 16, 2025 0 Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Iraan gogiinsa dandamachuuf hojii duumessa misoomsuun rooba misoomsuu eegaltee jirti. Iraan waggoota Kurnan darban hongee hamaa ishee mudate furuuf fi…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii moodelli baadiyya qonnaan bultoota kan fayyaduu dha Yonatan Birhanu Nov 16, 2025 0 Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Misoomii koriidarii moodelli baadiyyaa qonnaan bultooti fayyadamoo bu'uuraalee misoomaa fi tekinooloojii akka ta'an gargareera. Naannoo Giddugala…
Oduu biyya keessaa Hojiwwan magaalota jireenyaaf mijessuuf hojjetaman haala Gaarii irra jiru Yonatan Birhanu Nov 16, 2025 0 Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Ministirri Magaalaa fi Bu'uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii hojiiwwan magaalota miidhagsuu fi jireenyaaf mijessuu haala dammaqinaan hojjetamaa jiru…