Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwate Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sirni Awwalchaa Hojii Raawwachiisaa itti aanaa Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwwateera. Obbo…
Teeknooloojii Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru –… Yonatan Birhanu Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru jedhan Minster Deetaan Ministeera Galiiwwanii Daawiit Wubisheet.…
Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwanna hojii guyyaa tokkoof Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbiileen Federaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramaa dhufan- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Ergaa Waajjira Ministira Muummee Ayana Dheressa Dec 23, 2025 0 Kitaabileen Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an (Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuu, fi Mootummaan Ida’amuu) namarratti xiyyeeffachuun imala diinagdee damdaneessaan…
Ispoortii Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Ayana Dheressa Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Hojii Raawwachiisaa Itti aanaan EBC Abdurrahmaan Ruubee du’aan boqotan Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)_ Hojii Raawwachiisaa itti aanaan Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) ta'uun tajaajilaa kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee du'aan Addunyaa kanarraa…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Sifen Megersa Dec 22, 2025 0 Namoota 114'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun… Sifen Megersa Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) –Nageenyaa fi misooma waaraa Itiyoophiyaa dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessaa mirkaneessuun barbaachisaadha jedhan sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti…
Oduu biyya keessaa Boordichi filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin… Sifen Megersa Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Boordiin filannoo biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari'ateera. Boordichi har'a paartii…