Manni Murtii Adaa nageenyii fi sirni rakkoo waliin furuu akka dagaagu gargaareera
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Manni Murtii Aadaa hawaasni rakkoo isaa waliin akka furu gargaaruun sirna rakkoo furuu dagaagsaa jira jedhe Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa.…