Ispoortii Oromiyaa 3 – 2 Amaaraa Ayana Dheressa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gareen kubbaa miilaa dubartootaa Oromiyaa kan naannoo Amaaraa injifachuun tapha xumuraa Waancaaf darbe. Gareen…
Oduu biyya keessaa Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa –… Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Itiyoophiyaa deebii akka argatu tattaaffii cimaatu barbaachisa jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evigeenii…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa adda addaan barasiisaa ture eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 710 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 eebbisiise Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, waxabajjii 17, 2017(FMC) - Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 70 har’a eebbisiise. Barattoonni eebbifaman kunneen sagantaa…
Oduu biyya keessaa Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira – Haannaa Ar’aayasillaasee Yonatan Birhanu Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 17, 2017(FMC) – Sirni araaraa aadaa uwwisa haqaa guddisaa jira jedhan Ministirri Haqaa Haannaa Ar’aayasillaaseen. Mala rakkoo hiikuu aadaa sirna haqaa Itiyoophoyaa…
Biiznasii Naannichi galii Birrii biiliyoona 16 ol walitti qabe Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Naannoon Somaalee baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona 16 ol walitti qabeera jedha. Naannichi baatiwwan 11’n darban galii Birrii biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Qa’een Beenunaa biyya jijjiiruuf bakka barnoonni irraa fudhatamuudha – Ogeeyyii Miidiyaa Sifen Megersa Jun 24, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Miidiyaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfarraa walitti babba’an Qa’ee Beenunaa daawwataniiru. Teessuma lafaa rakkisaa ture haala kanaan gara…
Idil Addunyaa Iraan Buufata Waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamu haleelte Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Iraan Buufata Waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti argamurratti haleellaa raawwatte. Iraan buufata waraanaa Ameerikaa Kuwaataaritti…
Oduu biyya keessaa Humni Elektiriikaa addaan citee ture deebi’e Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikaa addaan citee ture guutuumaan guutuutti deebi’eera jedhe Tajaajilli Elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cite Tsehay Guluma Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa tokko tokkotti humni Elektirikii addaan cituu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa hubachiise. Tajaajilichatti…