Ispoortii Adaamaa 2 – 0 Bahiirdar Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Magaalaan Adaamaa galchii 2 fi 0n Magaalaa Bahiirdar injifateera. Kanaanis…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii Baadiyyaa… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa dhimma faayidaa biyyaalessaarratti waloon dhaabbachuu qabu- Aadde Adaanech… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Paartileen siyaasaa dorgomtootaa faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa akka kabajamuuf waloon dhaabbachuu qabu jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen mata duree…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen biyya keessatti oomishamanii alatti ergaman guddachaa dhufan- Biiricha Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa Oomishaaleen biyya keessatti oomishamanii alatti ergaman guddachaa dhufan jedhe.…
Oduu biyya keessaa Filannoo biyyaalessaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalaman Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa gaggeessuuf hojiileen qophiin duraa eegalamaniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa. Boordichi hojiilee qophiin…
Oduu biyya keessaa Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa boru eegala Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa guyyaa boruu eegala jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Barattoonni kutaa 6ffaa kumni 700 fi kumni 69 fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandarooota moodela baadiyyaa… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandaroota moodela baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Hidhaaleen Madda Anniisaa Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Hidhaaleen Madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa anniisaa barbaadamu maddisiisuuf isaan dandeessisu kuufatan jedhe Humni Elektirikii Itiyoophiyya.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…
Oduu biyya keessaa Godinichatti bara kana Biqiloota Mil 200 ol dhaabuuf hojjetamaa jira Yonatan Birhanu Jun 1, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2017(FMC) – Godina Shawaa Bahaatti sagantaa Asharaa Magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan qophaa’aa jiru jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa. Ittigaaftamaan Waajiira…