Wabii midhaan nyaataan of danda’uuf hojiileen hojjetamaa jiran Abdachiisoodha-obbo Awwaluu…
Finfinnee, Hagayya 14, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin wabii midhaan nyaataan of danda'uuf hojiileen qulqulliinaan, baay'inaa fi aritiin…