Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe Sifen Megersa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe. PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf dandeessisa -Ogeeyyii… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasaaf tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf kan dandeessisu ta’uu ogeeyyiin miidiyaa ibsan. Teknooloojii…
Oduu biyya keessaa Biyyaaf amanamuu fi hojjetanii hiyyummaa mo’achuun Gootummaa Itiyoophiyaan dhaloota irraa… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Gootummaan Itiyoophiyaan dhaloota ammaa irraa barbaaddu amanamummaan biyyaaf hojjechuu fi ciminaan hojjetanii hiyyummaa mo’achuun biyya ceesisuu akka ta’e…
Oduu biyya keessaa Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa walitti qabe Komishinichaaf dhiyeesse Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa galtee marii biyyaalessaaf ta’u Komishinii Maree Biyyaalessaaf dhiyeesseera. Komishinarri Olanaa…
Oduu biyya keessaa Mul’ata Itiyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba-Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Mul’ata Badhaadhina Itiyyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Oduu biyya keessaa Misoomni koriidarii filatamummaa Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Konfiransiif qabdu guddisuun ibsame Yonatan Birhanu May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) - Hojiin misooma koriidarii filatamummaa magaalaan Finfinnee tuurizimii konfiransiif qabdu guddisuun ibsameera. Lammiileen biyya Naayijeeriyaa, Afirikaa…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti Piroojektoota garaagaraa ijaaramaa jiran 347 keessaa 244 xumuraman Sifen Megersa May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Shaggaritti Piroojektoota buleeyyii, haaraa fi suphaan hojjetamaa jiran 347 keessaa hanga ammaatti Piroojektoonni 244 xumuramuu bulchiinsi magaalichaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan miiliyoona 100 fi miiliyoona 96… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan Biqiltuuwwan gosa garaagaraa miiliyoona 100 fi miiliyoona 96 dhaabuuf karoorfamee…
Oduu biyya keessaa Hariiroo dippilomaasii guddachaa jiru caalmaatti milkeessuuf hayyoonni fi lammiileen tumsuu qabu… Sifen Megersa May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017(FMC) - Jijjiirama waliigalaa biyyattii keessatti hojiirra oole hordofee bu’aaleen gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaan akka biyyaatti galmaa’aa jiru. Bu’aalee…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaan lafti heektaarri miiliyoonni 1fi kumni 500 sanyiin uwwifame – BQO Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017(FMC)- Oromiyaatti Qonna Arfaasaan lafti heektaarri miiliyoonni 1fi kumni 500 sanyiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa naannichaa ibse. Naannichatti qonna arfaasaan lafa…