Oromiyaatti barattoonni miliyoonni 3 ol sagantaa nyaataa manneen barnootaa irraa fayyadamaa jiru –…
Finfinnee, Ebla 13, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti barattoonni miliyoonni 3 ol sagantaa nyaataa manneen barnootaa irraa fayyadamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…