Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaalee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Abbootiin amantaalee ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hawaasni Kiristaanaa ayyaana kana wayita…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Du’aa Ka’uun Iyyesuus Kiristoos ayyaana wareegamaa, cichoominaa fi abdiiti – Dooktar… Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi…
Ispoortii Har’a taphoonni Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan… Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan taphni har'a Eevartan Maanchiister Siitii, Astoon Viilaan ammoo Niwuukaasiil keessummeessan hawwiin…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) - Poolisiin Federaalaa ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Hordoftoota amantii Kiristaanaa maraan baga geessan jedheera.…
Oduu biyya keessaa Fannoorraa dhiifama, qajeelummaa, gaarummaa fi kabaja baranna –Kaardinaal Abunee Birhaane Iyyesuus… Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Fannoo Iyyesuus Kiristoosirraa dhiifama, qajeelummaa, gaarummaa fi kabaja baranna jedhan Phaaphaasiin Mana Amantaa Kiristanaa Kaatooliikii Kaardinaal Abunee…
Oduu biyya keessaa Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisan tumsa waloo kan… Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggaasaa Tulluun turtii Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisan ilaalchisee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa Sudaan Kibbaa haaraa muudaman Ambaasaaddar Manday Semaayaa Kumbaa waliin…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa harka qalleeyyiif maaddii qoode Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyii kuma 2 oliif maaddii qoodeera. Qaama miidhamtoota…
Oduu biyya keessaa Gaarummaa fi arjummaa baay’isuun dhaloota egeree ijaaruuf qooda olaanaa qaba – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Aadaa maaddii waliif qooduu caalmaatti cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Ispoortii Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Olaanoo Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Negellee Arsiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu…