Oduu biyya keessaa Ashaaraa magariisa Walabummaa biyyaa mirkaneessu Yonatan Birhanu Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa wabii fi walabummaa nyaataa mirkaneessuun walabummaa biyyaa mirkaneessa jedhe Ministeerri Qonnaa.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni keessan har’aa kan madaalamu gumaacha Itoophiyaa fi ummata isheef… Yonatan Birhanu Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqa Sillaaseen milkaa’inni eebbifamtoota ogummaa addaa daddan eebbifamanii kan madaalamu gumaacha Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 6 ol eebbisise Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 6 fi 800 ol marsaa 75ffaaf eebbisiseera. Yuunivarsiitichi Barattoota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad kutaaleen hawaasaa hundi sagantaa Ashaaraa magariisaa baranaarratti akka… Sifen Megersa Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaaleen hawaasaa hundiifi hawaasni dippiloomaasii sagantaa Ashaaraa magariisaa borurraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Sababa suphaan har’a halkan bakkeewwan muraasatti Humni elektirikaa adda cita Sifen Megersa Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Tiraanisfoormarii Buufata Raabsaa Meeksiikoof suphaan hatattamaa kan taasifamuuf ta'uu hordofee har'a halkan bakkeewwan muraasatti humni elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Adaa nageenyii fi sirni rakkoo waliin furuu akka dagaagu gargaareera Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Manni Murtii Aadaa hawaasni rakkoo isaa waliin akka furu gargaaruun sirna rakkoo furuu dagaagsaa jira jedhe Manni Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa.…
Oduu biyya keessaa Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira – EGS Yonatan Birhanu Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Hojiin galmeessa ragaalee siivilii dijiitaalawaa akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Galmeessa Siivilii Oromiyaa. Daayrektarri Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan imala haaromsaa dinqisiisaa irratti argamti- Pireezidaantii Itti aanaa Naayijeeriyaa Ayana Dheressa Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan imala haaromsaa dinqisiisaa ta’erratti argamti jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Masaraan Mootummaa Biyyaalessaafi Paarkiin Tokkummaa hambaalee dhokatanii turan ifa baasan Ayana Dheressa Jun 27, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Masaraan Mootummaa Biyyaalessaafi Paarkiin Tokkummaa hambaaleefi eenyummaa Itiyoophiyaanotaa dhokatanii turan addunyaaf ifa baasan jedhan Jaarsoliin…
Oduu biyya keessaa Haqa waloo cimsuuf Mana Murtii Aadaa waliin ni hojjetama Tsehay Guluma Jun 27, 2025 0 Finfinneen Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Gumiin Balal Marsaa 43ffaan mata duree “Haqa Waloof Mana Murtii Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…