Yearly Archives
2025
Jijjiiramoonni qabatamaan Itiyoophiyaa keessatti galmaa’aa jiru- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC) - Itiyoophiyaa keessatti jijjiiramoonni damhedduun Mootummaa jijjiiramaan galmaa'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy…
Fooyya’iinsi Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa geggeesse tajaajila fooyya’aa kennuuf isa…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017 (FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa tajaajila fooyya’aa kennuuf rifoormiiwwan adda addaa gegeessaan jira jedhe.
Tajaajilichi miidiyaalee waliinis…
Daldalli boba’aa seeraan alaa kan babal’ateef gatiin gurgurtaa kan biyyoota ollaan gadi waan…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC)- Itiyoophiyaatti daldalli boba’aa seeraan alaa kan babal’ateef gatiin gurgurtaa boba’aa kan biyyoota ollaan gadi waan ta’eefi jedhan Ministirri Ministeera…
Guddina diinagdeef aadaa hojii cimsuun murteessaadha- Aadde Muufariyaat Kaamil
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC)- Guddina diinagdeef aadaa hojii cimsuun dhimma murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil.
Mariin Paanaalii…
Itiyoophiyan Galmoota Ajandaa Afrikaa 2063 milkeessuuf kutannoon hojjechaa jirti- Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan konfiransii Siivil Seervisii geggeessuuf qophaa’aa jirti jedha komishiniin Siivil Sarvisii Itiyoophiyaa.
Konfiransiin guyyoota sadiif…
Daldala alaarraa galii Doolaarri biiliyoonni 7 fi miiliyoonni 200 ol argame
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan baaatiiwwan 11 darbanitti daldala alaarra galii Doolaara biiliyoona 7 fi miiliyoona 200 ol argatte.
Ministirri Ministeera Daldalaafi…
Iraan Magaalaa Israa’el Bi’eer Sheebaa misaa’elaan haleelte
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017 (FMC) – Waraana Baha Giddu Galeessaatti hammaachaa dhufeen Iraan magaalaa Kibba Israa’elitti argamtu Bi’eer sheebaa misaa’elaan haleeluun ishee gabaafamaa…
Giddugala gabaa meeshaaleen biraandii idil addunyaa qaban itti gurguraman Piyaassatti
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaatti isa jalqabaa kan ta'e Ijaarsa Giddugala gabaa meeshaaleen biraandii idil addunyaa qaban itti gurguraman xumuruuf xiyyeeffannoon…
Ajandaaleen misoomaa idil addunyaa karoora biyyaalessaa waliin walsimuun hojiirra oolaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ajandaalee Ardii fi Idil Addunyaa karoora biyyaalessaa ishee waliin walsimsuun hojirra oolchuu cimsitee itti fufti jedhe Ministeerri…