Ispoortii Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala Sifen Megersa Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala. Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii yeroo rakkootti bu’aa biyyaalessaa dursuu qabu- Minstira Muummee Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 9፣ 2017 (FMC) – Yeroo rakkootti bu’aa dhuunfaa caalaa ogeeyyiin aartii bu’aa biyyaalessaaf hirmaatan maqaan isaanii ashaaraa warqeen barreeffamee jiraata jedhan…
Oduu biyya keessaa Wiirtuulee ogaartii ammayyeessuu fi babal’isuun cimee titti fufa – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) - Mootummaan damee ogaartiif xiyyeeffannaa addaa kennuun hojii wiirtuulee ogaartii ammayyeessuu fi baballisuu cimsee itti fufa jedhan Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Aartiin bu’uura qaroominaati – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guddinnii fi Qaroominni aartiin ala hin yaadamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka…
Oduu biyya keessaa Pirojeektonni magaalota Baahir Daar fi Gondaritti ijaaraman dhaloonni ittigaafatama isaa… Yonatan Birhanu Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) - Hojiilee misoomaa Goondarii fi Baahir Daarittii hojjetamaa jiran dhaloonni ammaa itti gaafatama isaa ba’achaa jiraachuu agarsiisa jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaawwan lama irratti murtii dabarse Yonatan Birhanu Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii 12ffaa waggaa 4ffaa ta'een ajandaawwan murteessoo lama irratti mari’atee murtoon dabarseera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa gara Hayidiraabaaditti balaallii eegale Tsehay Guluma Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017(FMC )- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Hinditti bakka gahuumsa isaa 5ffaa kan ta’e Hayidiraabaaditti balaallii eegaleera. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Garee…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataman Tsehay Guluma Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC )- Hoggantoonni olaanoo Mootummaa federaalaa hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataniiru. Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee,…
Oduu biyya keessaa Qormaata hannarraa bilisa gochuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf murteessadha – Piroofesar… Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa hannarraa bilisa gochuun dhaloota bu’aa qabeessaa fi dorgomaa ta’e horachuuf murteessaadha jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Guyyaan daa’imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajame Sifen Megersa Jun 16, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guyyaan daa'imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti sagantaalee garaagaraan kabajame. Guyyichi mata duree "Dhaloota egeree horachuuf misooma…