Ambulaansiiwwan tajaajila wal’aansa da’umsaaf oolan 370 naannoleef kennaman
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Ambulaansiiwwan tajaajilaa wal'aansa tasaa fi da’umsaaf oolan 370 naannoleef gumaache.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar Maqdas…