Biiznasii Riizoortiin Haayilee Jimmaatti tajaajila eegale Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Reezoortiin Hayilee 10ffaan Magaala Jimmaatti Birrii biiliyoona 1.7’n ijaarame tajaajila eegaleera. Rezoortiichi akka naannawaa Kibba Lixaatti kan…
Oduu biyya keessaa Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf mari’atame Debela Tadesse Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Hariiroo Ummatoota ollaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf kan kaayyeeffate waltajjiin marii gaggeeffameera. Waltajjii marichaarratti…
Biiznasii Baankichi sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiise Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sosochii tajaajila Maamiltootaa Baatii tokkoof turu eegalchiiseera. Sosochichi mata duree 'Kenniinsa tajaajilaa Caaluun,…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwate Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Iluu Abbaa Booritti qophii Baala Shaayii daawwateera. Qophiin biqiltuu baala…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun taphatamu Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaan boruu eegaluun Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti taphatamu.…
Fayyaa Ambulaansiiwwan tajaajila wal’aansa da’umsaaf oolan 370 naannoleef kennaman Sifen Megersa Jan 2, 2025 0 Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Ambulaansiiwwan tajaajilaa wal'aansa tasaa fi da’umsaaf oolan 370 naannoleef gumaache. Ministirri Ministeerichaa Dooktar Maqdas…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan misooma Koriidarii Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaa Daawwatan Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Dhaabbiilee Raayyaa Ittisaatti hojii ijaarsa bu’uuraalee Misooma…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen bara haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Jan 1, 2025 0 Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Aatsiqasillaaseen bara haaraa Faranjootaa 2025 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaanti Taayyeen…