Dargaggoonni leenjii Kooderootaa xumuran kumni 200 fi kumni 70 ol waraqaa ragaa fudhatan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Sagantaa Leenjii Kooderoota Miliyoona Shaniin dargaggoonni kuma 200 fi kuma 70 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa fudhachuun isaanii ibsame.
Guutummaa…