Sagantaa Afxiraa boru Finfinneetti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) - Poolisiin Magaalaa Finfinnee Sagantaa Afxiraa boru Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffamu hordofee daandiwwan tajaajila tiraafikaaf cufaman ifoomseera.…