Godina Wallagga Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duula kanarratti hoggantoota godinichaafi kutaaleen…