Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Taanzaaniyaa Mahimmuud Taabiit Koomboon Finfinnee galan. Ministirichi Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammad hojiilee misoomaa magaalaa… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Pireezidaantii Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Muhaammadii fi Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa guddina ijoollummaa duraa caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – Kantibaa Adaanech… Sifen Megersa Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Sagantaa guddina ijoollummaa duraa bu'ura ijaarsa biyyaa godhannee xiyyeeffannoon hojjetaa jira jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee.…
Oduu biyya keessaa Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Magaalaa Finfinneetti Giddugala Gurgurtaa fi Kuusaa… Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Hirmaattoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii hojiilee Itiyoophiyaan Tiraansfoormeeshinii nyaataan hojjechaa jirtu daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afrikaatti Daayrektara UNDP waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummoota Gamtoomaniti Gargaartuu Barreessituu fi Afrikaatti Daayirektara UNDP Ahunaa Iziyaakonwaa waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa Alvaaroo Laariiyoo waliin mari’achuu ibsan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hirmaattonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Moojootti Horsiisa Lukkuu daawwatan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Keessummoonni Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf dhufan Magaalaa Moojootti Horsiisa lukkuu fi qindesssa lukkuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Daayirektara Olaanaa FAO waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayirektara Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Kuu Doongiyuu waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Finfinnee galan Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Barreessituu Itti Aantuun Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa irratti hirmaachuuf Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf haa qophoofnu! Tsehay Guluma Jul 27, 2025 0 Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’uun eegama. Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu! Guyyaa 4 qofatu hafe…