Ispoortii Kaadhimantoonni filatamoon waggichaa FIFA ifooman Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Kaadhimamtoonni filatamoon bara 2025 FIFA dameewwan adda addaan ifoomaniiru. Damee leenjistootaan Luwiis Eniriikee, Arnee Siloot, Mikaa'el…
Fayyaa Oomisha Oksiijinii tajaajila yaalaa saffisiise … Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) - Hanqina Oksiijinii yaala fayyaa furuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Fayyaa. Hoji raawwachisaan Kominikeeshinii Fayyaa Ministeerichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Mootummaa leenjii hoggansaarra jiran hojiilee misoomaa daawwatan Sifen Megersa Nov 7, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC) – Hoggantoonni Mootummaa sadarkaa Federaalaafi Naannoo leenjii hoggansaarra jiran Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan. Kilaastera…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira- Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa Tsehay Guluma Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa guddummaa Itiyoophiyaa maadalu ijaaramaa jira jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…
Oduu biyya keessaa Misooma Anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna – Ambaasaaddar… Sifen Megersa Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Teeknooloojii anniisaa Niwukilarii Itiyoophiyaan eegalte milkeessuuf tumsaan ni hojjenna jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evgeenii…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Ijaarsa Piroojektii Birrii biiliyoona 1.2 olii eegaluuf waliigale Tsehay Guluma Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii magaalaa Dirre Dhawaatti Ijaarsa Piroojektii Birrii biiliyoona 1.2 olii eegaluuf waliigale. Ijaarsa Piroojektii…
Oduu biyya keessaa Komishinar Lalisee Dhugaa… Tsehay Guluma Nov 6, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2018 (FMC)- Tibba kana suurri qalbii namoota hedduu booji'e miidiyaa hawaasaarra naanna'aa tureera. Suurichi Aadde Lalisee Dhugaa Komishinarri Komishinii…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti ijaarsiifi suphaan daandii misooma kooriidarii madaalu hojjetamaa jira Ayana Dheressa Nov 5, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018(FMC)- Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Magaalaa Finfinnee hojiin ijaarsaafi suphaa daandii misooma kooriidarii madaalu hojjetamaa jira jedhe. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa negeenyaa waaressuuf dargaggoota irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba- Ministeericha Ayana Dheressa Nov 5, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018(FMC)- Ijaarsa negeenyaa waaressuuf dargaggoota irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhe Ministeerri Nageenyaa. Sagantaan eebbaa dargaggoota tola…
Oduu biyya keessaa Daa’imman Kunuunsuun egeree dhalootaa ijaaruudha – Biiricha Tsehay Guluma Nov 5, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC) - Daa'imman abdii boruu biyyaa waan ta'aniif, mirga daa'immanii eeguu, kunuunsuufi sirnaan guddisuun ijaarsaa fi ce'uumsa dhalootaa mirkaneessuu dha…