Oduu biyya keessaa Magaalichatti dargaggoota kuma 55 oliif carraan hojii uumame Yonatan Birhanu Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC) - Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota kuma 55 fi 254’f carraa hojii uumeefiin jira jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuufi Ogumma Magaalichaa.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee qooduuf… Yonatan Birhanu Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee akka muuxannootti qooduuf qophoofteetti jedhe Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurame Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurameera jedhe Koomaandi Poostiin Nageenyaa ayyaanichaa. Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi-… Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017 gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017fi marii karoora bara 2018 gaggeeffamaa jira. Gamaaggamichi bakka miseensonni…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa walga’ii idilee 10ffaa gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Jul 26, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa walga’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Af-yaa’iin mana maree naannichaa Faantuu…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojiilee hedduun hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalichaa .…
Oduu biyya keessaa Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta’e – Jiraattoota… Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Lolaan waqtii gannaa irra deddeebiin mudatu yaaddoo guddaa nutti ta'e jedhan jiraattoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa. Bara baraan hanguma ganni dhufu…
Biiznasii Dhaabbatichi rakkoo keessa ture keessa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale Sifen Megersa Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Waldaan Aksiyoonaa Waraqaafi paalpii Itiyoophiyaa yeroo dheeraaf rakkoo keessa ture keessaa bahuun hojiilee bu’aa qabeessa hojjechuu eegale jedhe.…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jul 25, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2017(FMC) - Paartileen Siyaasaa faayidaa biyyaa fi uummataaf jecha nagaa buusuu fi waaressuuf cimnee hojjenna jedhan. Paartileen kunniin mataduree “Nagaa buusuu…