Oduu biyya keessaa Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa har’a Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoosii gaggeessuu eegaleera. Paatiriyaarikiin mana…
Idil Addunyaa Ugaandaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 63 darbe Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti balaa Tiraafikaa daandii saffisaarratti mudateen lubbuun namoota 63 darbe. Balichi daandii saffisaa guddciha…
Fayyaa Itiyoophiyaan Sirna Fayyaa cimaa ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa jirti Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Waltajjin Marii tajaajila fayyaa qulqullina qabu kennuuf dandeessisu qopheessummaa Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Fayyaa Addunyaan gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama Sifen Megersa Oct 22, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018(FMC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan taphni har’a Riyaal Maadriid Juuveentuus keessummeessu ni eegama. Taphoota marsaa 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun barbaachisaadha-… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el Beezaaleel Simootiriichi waliin haala tumsa diinagdee biyyoota lameenii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli tola ooltummaa dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphiseera- Kantiibaa… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Tajaajila tola ooltummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphisuun danda’ameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii Mahaammad Saayif Alsuwaayidii waliin…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa Maartiinaa…
Biiznasii Dhaabbilee seeraan ala maallaqa hawaalaa daddabarsan irratti tarkaanfii cimaatu fudhatama- Dooktar… Ayana Dheressa Oct 21, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi mootummaan dhaabbilee seeraan ala maallaqa hawaalaa daddabarsan irratti…