Oromiyaatti gibira karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 13, 2018(FMC) - Oromiyaatti gibira bara 2018 karooraa ol sassaabuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa cimsee hojjetaa jira jedhan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis…