Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira- BATO
Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) – Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa.
Jijjiiramaan…