Oduu biyya keessaa Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob … Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…
Oduu biyya keessaa Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 biyya keessatti guutuun danda’ame – Tajaajilicha Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 dhiyeessitoota biyya keessan guutuun danda’ame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa. Dhaabbileen…
Teeknooloojii Obbo Awwaluun Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob eegalchiisan Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan galmeen filattootaa itti eegalu dheerate – BFBI Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf guyyaan galmee filattootaa Guraadhala 7, 2018 eegaluuf ture gara Guraandhala 28, 2018 itti dheerate jedhe Boordiin…
Ispoortii Morkii har’a Bireentifoord Arsenaal waliin taasisu… Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Arsenaal dursummaa isaa cimsachuuf morkiin Bireentifoordi waliin taasisu hawwiin eegama. Har’a…
Ispoortii Maanchister Siitiin Fulhaamiin injifate Yonatan Birhanu Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan Maanchister Siitiin Fulhaamiin 3 fi 0'n injifateera. Galgala sa'aatii 4 fi 30 irraa…
Oduu biyya keessaa Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan Finfinnee galan Yonatan Birhanu Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan yaa'ii 39ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Tuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Mohaammad Alii Naafaatii waliin mari'ataniiru. Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan. Buufata xiyaaraa Idil…
Biiznasii Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee deggersa Yuuroo miliyoona 81.5 waliif mallatteessan Yonatan Birhanu Feb 11, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee idaa deebisanii caasessuu fi deggersa Yuuroo Miliyoona 81.5 walii mallatteessan. Ministirri Maallaqaa Ahimad…