Mootummaan Paarlaamaan itti aanu sagaleen adda addaa akka itti dhaga’amuuf cimsee hojjeta
Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Mootummaan Paarlaamaan filannoo waliigalaa baranaan hundaa'u sagaleen adda addaa kan itti dhaga'amu akka ta'uuf cimsee hojjeta jedhan Ministirri Muummee…