Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Azerbaajaan galan Yonatan Birhanu Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoofi jila hoggantoota olaanoo motummaa waliin daawwannaa hojiif Azerbaajaan…
Oduu biyya keessaa Galii baala shaayee irraa argamuu guddisuuf… Yonatan Birhanu Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan galiibaala shaayii irraa argattuu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjatamaa jira- Dooktar Adduunyaa Dabalaa. Itiyoophiyaan baala shaayii…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen kaayyoo waliigalaa maree biyyaalessaa bu’uureffachuun akka gabaasan gaafatme Yonatan Birhanu Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Komiishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa miidiyaaleen kaayyoo waliigalaa maree biyyaalessaa bu'uureffachuun akka gabaasan waamicha dhiyeesseera.…
Ispoortii Adaamaa 3 – 3 Shaggar Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphatameen Adaamaan Shaggar waliin qixa baheera. Taphni morkii miidhagaa…
Biiznasii Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha –… Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Milkaa’inni Itiyoophiyaan damee qonnaan galmeessite biyyoota Afrikaaf fakkeenya kan ta’uudha jedhan ogeeyyiin qonnaa biyyoota Afrikaa garaagaraa.…
Fayyaa Dhiyeessii Oksijiinii yaalaa fooyyessuu… Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Sadarkaa biyyaatti oomishni Oksijinii yaalaa 85 ga’e jedhe Ministeerri Fayyaa. Dhiyeessii Oksijinii yaalaa fayyaa ilaalchisee hoggantoota biiroolee…
Oduu biyya keessaa Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha- Dooktar… Tsehay Guluma Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Lolaa Sirnaan bulchuun nageenya lammiilee eegsiisuufi misoomaaf oolchuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan qofa ta’uu qaba – Abbootii Gadaa Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan karaa nagaan qofa ta’uu qaba jedhan Abbootiin Gadaa Oromiyaa. Filannoon Waliigalaa 7ffaan bara kana…
Oduu biyya keessaa Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an Sifen Megersa Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti ijaarsi Manneen barnootaa 69 xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’an jedhe Waajjirri Barnootaa magaalichaa. Manneen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha – Paartilee Siyaasaa Yonatan Birhanu Feb 26, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC)- Waltajjiin Faanaa paartilee Siyaasaa hundaaf Carraa kan kennee dha jedhan Paartileen Siyaasaa. Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Filannoo Waliigalaa…