Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jeneraalota hoggantota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dhimmoota nageenyaa fi tasgabbii biyyaalessaa fi naannawaarratti Jeneraalota hoggantootaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’achuu ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia