Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Giiftii Dureen Naayijeeriyaa Ooluureemii Tiinuubbuun Finfinnee galaniiru.
Giiftii dureettiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birtuukaan Ayyaanoon simataniiru.