Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa adda addaan barasiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 710 har’a eebbisiise.
Barattoonni eebbifaman kunneen sagantaa gara garaan barnoota digirii jalqabaa, digirii 2ffaa fi digirii 3ffaa hordofaa kan turanii dha.
Eebbifamtoota kanneen keessaaa 32 Dookteroota ogummaa fayyaa fi 32 ammoo ispeeshaalistiiin kan eebbifamaniidha.
Xilahuun Huseentu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.