Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota ijoo waloo fi naannawaarratti mari’achuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.