Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiilee hunda hirmaachise ashaaraa dhalootaati – Af Yaa’ii Taaggasee Caafoo

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiileen hundi abbummaan itti  hirmaataan ashaaraa dhalootaati jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Taaggasee Caafoon.

Sagantichi misoomaa fi diinagdee biyyaalessaa waliin kan walitti hidhameedha jedhan.

Sagantaan Ashaaraa Magaarisaa naannawaa jijjiirurra darbee Itiyoophiyaan diinagdeen akka dandamattu gahee olaanaa qabaachuu dubbatan.

Sagantaa lammiileen hundi abbummaan itti hirmaataan ashaaraa dhalootaati jedhan Taaggasee Caafoon.

Sagantaan Ashaaraa magariisaa bara kana mata duree  ‘Dhaabuun dandamachuu’ jedhuun gaggeefam

Bara kana Biqiltuuwwan biiliyoonni 7.5 ni dhaabbatu.

Obbo Taaggasee Caafoon sagantaa dhaabbii biqiltuu har’a Magaalaa Finfinnee Piroojektii Qarqara Lagaa Gulalleetti gaggeeffameerratti argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.