Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn xumuraaf darbe

Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) –Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Riyaal Maadriid injifachuun xumuraaf darbe.

PSGn galchii 4 fi 0n Riyaal Maadriid injifachuun tapha waancaaf darbuu mirkaneeffateera.

PSGn Dilbata dhufu Waancaaf Cheelsii waliin kan falmatu ta’a.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.