Fana: At a Speed of Life!

Koorporeeshinichi biqiltuuwwan miiliyoona 1.3 dhaabuufi

Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 1.3 dhaabuuf qophaa’e.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Koorporeeshinichaa Dooktar Fissahaa Yittaagasuun Komishinar Komishinii Invastimantii Itiyoophiyaa Dooktar Zallaqaa Tamasgeen waliin Mooraa Zoonii Diinagdee Addaa Qilinxoo keessa biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Bara kana Zoonii Diinagdee Addaa 10 fi Paarkiiwwan Indaastirii lama keessa biqiltuuwwan miiliyoona 1.3 kan dhaabatu ta’uu eeran Dooktar Fissahaan.
Admaasuun Arraagaawutu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.