Fana: At a Speed of Life!

Gamaaggamni hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017 gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017fi marii karoora bara 2018 gaggeeffamaa jira.

Gamaaggamichi bakka miseensonni koree qindeessituu dhaabbilee federaalaa, hoggantoonni kilaastara bulchiinsaa, badhaadhina diinagdeefi hawaasummaa dhaabbilee federaalaa argamanitti gaggeeffamaa jira.

Waltajjichaan sadarkaa hojiileen tajaajila lammummaa gannaafi ashaaraa magariisaa gamaaggamamuun kallattiin fuula duraa akka kaa’amu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.