Dooktar Abiy Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaa Alvaaroo Laariiyoo waliin mari’achuu ibsan.
Dooktar Abiy Pireezidaantichaan baga nagaan gara Itiyoophiyaan dhuftan jedhaniiru.
Dhaabbatichi hawaasa baadiyyaa gahoomsuun misoomni qonnaa itti fufiinsa qabuu fi hirmaachiisaa ta’ee guddisuuf gahee olaana bahachuu isaa itti fufeeras jedhan.
Akkaataa jireenyaa qormaatiilee dandamachuu danda’u ijaaruuf tumsa cimaa fi ergama waloo dhaabbaticha waliin qabnuuf gatii guddaa kenninaa jedhan Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FBC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..