Ministirri Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa fi Eegumsa Naannoo Emireetoota Araba Gamtoomanii Amnaa Biinti Abdullaahii Al Daahiik Al Shaamsii Finfinnee galan.
Ministirittiin Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee kan galan.
Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen simatamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.