Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan.
Hoggantoonni lameen dhimmoota naannawaa fi fedhii waloorratti mari’ataniiru.
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii 2ffaa sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galuun kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.