Naannoon Hararii harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Hararii Ayyaana bara haaraa fi Mawuliidaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode.
Lammiilee harka qalleeyyii kuma 1ol ta’aniif maaddii qoodeera.
Jijjiiramaan as hojiileen namarratti xiyyeeffachuun hojjetaman ibsituu Itiyoophiyaanotaa ta’uu Pireezidaantiin naannichaa saganticharratti ibsaniiru.
Aadaan waltumsu babal’achaa dhufuu eeran.
Maaddii waliif qooduun hariiroo fi walummaa keenyaa caalmaatti kan cimsuudha jedhan.
Gochaaleen akka kanaa dhiibbaa jireenyaa hir’isuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu kaasan.
Tasfaayee Hayiluutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.