Eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo Amaaraatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Godinaalee fi Magaalota Naannoo Amaaraatti mata duree ‘Gamtaan Dandeenyerra’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Jiraattroonni kunneen dhaadannoowan, Hidhi Haaromsaa Itiyoophiyaa mallattoo Bayyanannaa Itiyoophiyaati, Ashaaraa Badhaadhina keenyaati, agarsiiftuu danda’uuti, Dhiibbaa Alaa fi keessaa dandamchuun tokkummaa Itiyoophiyaanotaan kan milkaa’e mallattoo injifannooti jedhaman dhaggeessaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.