Magaalichatti Sagantaan beekamtii hirmaannaa Hidha Haaromsaa fi mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggariitti Sagantaan beekamtii hirmaannaa Hidha Haaromsaa fi mariin paanaalii gaggeeffamaa jira.
Marii kanarratti Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa, Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar obbo Alamaayyoo Tulluu, Af-yaa’ii Mana Maree Magaalaa Shaggar Kabajamoo Obbo Qaabatoo Albee dabalatee hooggantootni magaalaa fi kutaa Magaalaa, qaamolee hawaasaa garaa garaa fi abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee argamuu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.