Fana: At a Speed of Life!

Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa Samaraatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa fi gammachuu ibsannaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.

Hiriira Mata Duree “Gamtaan Dandeenyerra “ jedhuun gaggeeffamaa jirurratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa tattaaffii mootummaan badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf taasisaa jiruuf aantummaa qaban mul’isaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.