Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansii Barnootaa Godina Jimmaatti

Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti konfiraansiin barnootaa bara 2018 qooda fudhattoota Godinaa fi Aanaalee hirmaachise gaggeeffamaa jira.

Waltajjii kanaan raawwiin hojii damee barnootaa bara 2017 fi baatiiwwan lamaan darbee karaa itti Gaafatamaa Waajjira Barnoota Godina Jimmaa Obbo Miftaahuu Abdulqaadiriin dhihaateera.

Konfiransii kanarratti Bulchaa Godina Jimmaa obbo Tijjaanii Naasir fi Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Jimmaa obbo Dhaabaa Bayyanaa dabalatee qooda fudhtattoonni sadarkaa Godinaa fi Aanaalee hirmaachaa jiru.

Na’imaa Shekalifaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.