Fana: At a Speed of Life!

Fooramiin Irreechaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee sababeeffachuun fooramiin Irreechaa 7ffaan magaalaa Bishooftuuttutti taa’amaa jira.

Fooramichaa irraatti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimmalis Abdiisaa, Ministiri Ministeera Aadaa fi Isportii Aaddee Shawiit Shaankaa fi hoggantootni olaanoon mootummaa Feederaalaa fi Naannoolee argamaniru.

Irreechi Hora Finfinnee Fulbaaba 24, Horri Harsadee irratti ammoo Dilbata dhufa Fulbaana 25, 2018 mata duree “Irreechi olka’iinsa biyyaaf” jedhuun kabajama.

Miidhaksaa Qachaatu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.